Du’aa’iiwwan Halkan Qadrii Filatamo: Maal Kadhachuu Qabna?
Halkan Qadrii halkan ji’a kuma caalu dha. Halkan kana keessa araarama Rabbii argachuuf du’aa’iiwwan Nabiyyiin (SAW) nu barsiisan, hiika fi akkaataa itti fayyadama isaanii xiyyeeffannoo guddaadhaan baradhaa.
